Features Herrega Zakaa
Karaa salpaan zakaa keessan herreguu yoo barbaaddan, appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kana fayyadamuu dandeysu.Zakaan dirqama nama muslimaa kan qabeenyi isaa gatii Dahaba (Gold) giraama 85 gahu qabu hundaati.Bu’aan appilikeeshinii kana fayyadamuun argachuu dandeysan:- Maallaqa qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuuf- Dahaba (Ziqaya) fi Meeta (Qarshii) qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuufi- Barnoota garaa garaa kan zakaan walqabate karaa salpaatti barachuufi.Appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kan qoppeyse dhaabbata Milkii Boruu zakaan walqabatee barnoota (gaafii fi deebisaa) kan qoppeyse Sh Asaboot (Mahammad Ali).
Secure & Private
Your data is protected with industry-leading security protocols.
24/7 Support
Our dedicated support team is always ready to help you.
Personalization
Customize the app to match your preferences and workflow.
See the Herrega Zakaa in Action
Get the App Today
Available for Android 8.0 and above